• Jiraattota Jahaannamaa Keessaa Baay’en Isaanii Dubartoota (The Majority in Hell are Women)
    Kan hiike fi kan qindeesse, qopheessaa
    Islaamummaa keessatti dhiironnii fi dubartoonni wal qixa akka hin taane kan naaf mirkaneesse barreeffama armaan gadii hadisa keessaa argadheedha. Muhaammad akkas jedhe: “Abidda jahaannamaa akkan ilaalu nan taasifame. Warroota achi keessa jiraatan keessaa baay’onni dubartoota.” Dubbiin kun kan himame hadisa keessatti yemmuu ta’u innis kan argamu sassaabbiwwan armaan gadii keessatti:-